تعليم التجارة الإلكترونية بالنقاط
تعليم التجارة الإلكترونية بالنقاط: 1. أساسيات التجارة الإلكترونية: 2. إنشاء متجر إلكتروني: 3. التسويق للمتجر الإلكتروني: 4. إدارة المتجر الإلكتروني: […]
تعليم التجارة الإلكترونية بالنقاط: 1. أساسيات التجارة الإلكترونية: 2. إنشاء متجر إلكتروني: 3. التسويق للمتجر الإلكتروني: 4. إدارة المتجر الإلكتروني: […]
itti dhaga’amee, gara budaa pirootiiniitti garagalte. “Naannoo nyaata madaalawaa ta’een fedhii koo guutuun osoo naaf danda’amuun, yeroo baayyee yeroo fi
Hanqaaquu qalamaa irraa kaasee hanga pirootiinii raasuutti, warri braawunii isaanii babal’isuuf abdatan yeroo baay’ee pirootiinii baay’ee akka liqimsan jajjabeeffamu. Garuu
Qajeelfama Lak.15/2013 Qajeelfama Sirna Madaallii Raawwii Hojii Abbootii Alangaa fi Muudamtoota Gumii Kan Biroo Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa
Holqa Soof Umar Magaalaa Finfinneerraa kiilomeetira 536 fagaatee Baaleetti kan argamu Holqi Soof Umar, iddoowwan umamaan ajaa’ibsiisoo ta’aniifi qalbii daawwattoota hawwatan keessaati. Holqi Soof Umar Godina Baalee Bahaa Aanaa Daawwee Qaachanitti argama. Holqi kun lafa jala kiilomeetira 15 dheerata, lagni Weeb ammoo holqa kana keessa darba. Kunis holqicha uumama addaa taasiseera. Holqi Soofumar erga hambaa addunyaa ta’uuf galmee yeroo UNESCO irratti galmaa’ee bubbuleera.